Mariin biyyaalessaa rakkoolee Itiyoophiyaa irratti furmaata Itiyoophiyaanotaa kan qopheessu dha – Hirmaattota marichaa

fanabc.com
منذ 10 ساعات
Finfinnee, Hagayya 3, 2018 (FMC) – Mariin biyyaalessaa Itiyoophiyaa rakkoolee biyyattii yeroo dheeraaf turaniif furmaata waaraa kan ta’e, furmaata Itiyoophiyaanotaa qopheessuuf carraa kan kenne waltajjii seena qabeessa ta’uu hirmaattonni mariichaa ib