Komishiniin Marii Biyyoolessaa hanga ammaa ajandaa kamirrattuu "murteen kenname hin jiru" jedhe - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 7 ساعات
Komishiniin Marii Biyyaalessaa adeemsa marii gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti ajandaan murteen itti kenname akka hin jirre beeksise.