Uummanni hundi odeeffannoo sobaa irraa of haa eegu – Komishinii Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa

fanabc.com
منذ 4 ساعات
Finfinnee, Hagayya 8, 2018 (FMC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa, lammiileen Itiyoophiyaa hundi odeeffannoo Komishinichaa fi miidiyaaleen bakka mariin biyyaalessaa itti gaggeeffamu jiran tamsaasaniin ala odeeffannoo biroo hordofuu irraa