Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Bu'uuraaleen misoomaa ammayyaa fi miidhaginni uumamaa walitti dabalamuun Finfinnee giddugala tuurizimii konfiransii idil-addunyaaf mijattuu godhaniiru.Magaalaa siyaasaa fi dippiloomaasii Afrikaa kan taate Finfinneen,