Hojiin giddugalichaa jijjiirama olaanaa argamsiisaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee

fanabc.com
منذ 14 ساعة
Finfinnee, Hagayya 19, 2018(FMC)- Hojiin Giddugala Haaromsaafi Misooma Ogummaa Dubartootaa “Lanageewaa” jijjiirama olaanaa argamsiisaa jira jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.Aadde Adaanech Abeebeen ergaa miidiyaa hawaasumma