Imala milkaa’ina diiplomaasii Itiyoophiyaa

fanabc.com
منذ 5 ساعات
Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan biyya seenaa hariiroo dippiloomaasii waggoota dheeraa qabdudha.Biyyoota addunyaa dhiyoo fi fagoo jiran akkasumas dhaabbilee idil-addunyaa waliin hariiroo alaa cimaa uumuu, faayidaa biyyaalessaa ishee e