Itoophiyaan Waancaa Afrikaa bara 2028 qopheessuuf iyyata galfatte - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 14 ساعة
Itoophiyaan waancaa Afrikaa (Afcon) 2028 qopheessuuf iyyata galfatte. Federeeshiniin kubbaa miilaa Itoophiyaa (EFF) pirooppoozaaliin mootummaan biyyattii deeggaruun dhiyaate "biyyattiin taatee guddicha kubbaa miilaa ardichaa ta'e kana qopheessuuf qophii guutuu qabdi."