Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) — Humni nagaa eegsisaa Itiyoophiyaa qaama waraanaa nagaa Afrikaa fi addunyaaf gatii guddaa kaffalaa jiruudhaItiyoophiyaan muuxannoo hojii nageenya eegsisuu waggoota 70 ol dheeratu kan qabdu yoo ta’u, Afrikaa keessatt