Chaayinaan dhimma Abbayyaafi Galaana Diimaa irratti ejjennoo Masrii agarsiisuun Itoophiyaaf maali? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 23 ساعة
Pireezidantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing biyyi isaanii hariiroo dippiloomaasii Masrii wajjin eegalte waggaa 70ffaa sababeeffachuun torbee kana Kaayirootti imalanii ture.