Walakkaa jaarraaf aartiin qabsaa'aa kan turte Artist Ilfinash Qannoo boqotte - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 18 ساعة
Artist Ilfinesh Qannoo har'a ganama du'aan addunyaa kanarraa boqochuu ishee maatiin BBC'f mirkaneessan.