'Gadda baayyee ulfaataadha': Maatii Ijoolleen isaanii Sa'ud Arabiyaatti ajjeefamanii reeffi isaanii hin ergamne - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 15 دقيقة
Akka Humaan Raayit woch jedhetti, murtii du'aa Saawudii Arabiyaan kan gaafa Waxabajjii 25tin murtiin ajjeechaa namoota 116 irratti raawwatame.