Dhuguma daraaraan Adaa Itoophiyaa keessatti qofa biqilaa? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعتين
Abaaboon keelloo (daraaraan adaa) miidhagina Fulbaanaadha. Keessumaa nannoo baaddiyyaa keessa daa'immaan jiran waqtii kanatti kan isaan ittin bashannanidha. Dhiyeenya ammoo magaalota gurguddoo keessatti akka miidhaginaatti uffanaa irratti ni maxxanfama.