Finfinnee, Fulbaana 3, 2019 (FMC) — Itiyoophiyaan seenaa dipilomaasii ishee keessatti sagalee waloo Afrikaa dhageessisuu fi faayidaa ardichaa kabachiisuuf falmuu irraa boodatti jettee hinbeektu.Wayita Afrikaanonni kolonummaa jalaa bilisa ba’uuf qabso