Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har’a gita isaa Taanzaaniyaa waliin taphata.Tapha gulaallii waancaa Seekaafaa umrii waggaa 20 gadii qopheessummaa Taanzaaniyaan gaggeeffamaa jiru