Finfinnee, Fulbaana 10, 2019(FMC) - Simannaa fi kunuunsi Raayyaa Ittisa Biyyaan nuuf godhame olola hoggantoonni garee seeraan alaa ABUT oofaniin wal hinargu jedhan hidhattoonni garichaa Ajaja Kaabaa Dhihaa RIBtti harka kennatan.Hidhattoonni kunniin b