Saayintistoonni yeroo jalqabaaf Paantii dhuufuu safaru hojjetan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 17 ساعة
Ogeessonni kana hordofan akka jedhanitti, gaazii hangamiitu akka uumame galmeessuun qorattoonni namoonni yeroo a#hangamii akka gaazii kana baasan hordofuuf gargaara.