Haleellaan diroonii Tigaayitti raawwatame akka qoratamu HRW gaafate - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 8 ساعات
Haleellaan qilleensaa bara kana Hagayya 20, 2026 magaalaa Maqalee naannoo Daayiroo keessatti mana jireenyaa irratti raawwatame, yakka waraanaa ta'uu danda'a jechuun dhabbanni mirga namoomaa Humansi Raayit Woochi(HRW) ibse.