Aadde Adaanech Abeebeen Kantiibaa Magaalaa Finfinnee ta’uun moggaafaman

fanabc.com
منذ 14 ساعة
Finfinnee, Fulbaana 20, 2019 (FMC) –Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii jalqabaa marsaa 4ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Adaanech Abeebee Kantiibaa magaalichaa taasisuun moggaasera.Miseensonni mana marichaas muudama dhiyaaterratti yaada dabalataa kenn