Maqalee, Aksumii fi Maayicew guyyoota darbanii fi amma maal keessa jiru? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 4 ساعات
Humnootni Mootummaa federaalaa fi miiltoo isaanii kan ta'an humnootni nagaa Tigraayi magaala Guddoo naannoo Tigraayi ,Maqalee seenuu isaanii hordofee jiraattonni BBC'n dubbise magaalotni Maqalee, Aksumii fi Maayicew haala akkamii keessa akka jiran himan