Itoophiyaa fi Ertiraan mariitti akka deebi'an Ameerikaan waamicha dhiyeessite - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 12 ساعة
Muddamni Itoophiyaa fi Ertiraa gidduu adeemu kan ishee yaaddesse Ameerikaan biyyooti lameen lolarraa of qusachuun gara mariitti akka deebi'an waamicha dhiyeessite.