Arsenaal 2–1 Liids Yuunaayitid

fanabc.com
منذ ساعة
Finfinnee, Fulbaana 30, 2019 (FMC) — Tapha torbee 6ffaa Piriimiyer Liigii Ingilaandiin Arsenaal Liids Yuunaayitidiin galchii 2–1’n injifateera.Tapha sa’aatii 8:30 irratti Istaadiyeemii Emiireetitti taphatameen, Liids Yuunaayitid daqiiqaa 55ffaa irrat