Hojiileen namoomaa irratti xiyyeeffatan haqa hawaasummaa mirkaneessuu keessatti gahee guddaa qabu – Kantiibaa Adaanech Abeebee

fanabc.com
منذ 8 ساعات
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2019 (FMC) – Hojiileen namoomaa irratti xiyyeeffatan haqa hawaasummaa mirkaneessuu keessatti gahee guddaa qabu jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.Gamaaggamni raawwii hojii kurmaana 1ffaa magaalaa F