Xiinxala: Dippiloomaasiin Itoophiyaa bilchaataa moo quucaraa jira? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 19 ساعة
Itoophiyaan dhimma biyya kaanii keessa seenuu dhabuu, gamtaa tolfachuun faallaa biyya tokkoo labsii baasuu dhabuu akkasumas waraana dursitee labsuu dhabuun faayidaa dippiloomaasii akka argattu ishee taasiseera jedhan xiinxaltoonni.