Pirezidaantiin Somaaliland Itoophiyaa deeggaruun, tumsa biyyoota Masriin durfaman qeeqan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 14 ساعة
Pirezidaantiin Somaaliland Abdirahmaan Mohaammad Abdullaahi, daawwannaa Ameerikaa erga xumuranii booda, har'a UAE irraa akka deebi'aniin, yeroo jalqabaaf muddama gaanfa Afrikaa, keessumattuu haala Itoophiyaa irratti dubbatan.