Raashiyaan muddama Itoophiyaafi Ertiraa jaarsummaan furuuf gaaffi dhiyeessite - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 12 ساعة
Raashiyaan muddama Itoophiyaa fi Ertiraa gidduutti tibbana hammaate fi gara waraanatti seenuu danda'u jedhamee sodaatame karaa marii fi waliigalteen akka furamu jaarsummaan gidduu seenuu akka barbaaddu ibsite.