TPLF 'sochiin kamiyyuu gara Buufata Xiyyaaraa Maqaleetti akka hin godhamne akeekkachiise - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 7 ساعات
Bulchiinsi Adda Bilisummaa Ummata Tigraay (TPLF) duraan mootummaa Naannoo Tigraay to'achaa ture, Buufata Xiyyaaraa Aluulaa Abbaa Naggaa magaalaa Maqalee keessatti ''sochiin kamiyyuu akka hin gaggeeffamne'' akeekkachiiseera.