TPLF TPLF akkamitti saffisaan of duuba deebi'uu danda'e? Itti aanee maaltu ta'uu danda'a?? Itti aanee maaltu ta'uu danda'a? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 16 ساعة
Garee finciltootaa biroo torba waliin ifatti, akkasumas mootummaa Ertiraa waliin ammoo karaa ifa hin taaneen tokkummaa kan uummate humni TPLF akkamitti yeroo gabaabaa keessatti magaalota hedduu dabalatee kutaalee naannichaa harka caalu gadhiisee ba'uu danda'ee? Kun gaaffii namoonni baayyeen gaafatanidha.