"Meeshaan waraanaa biyya tokkoof gahu karaa Mitsuwaan TPLFfiif dhiyaate" to'atameera - Fiild Maarshaal Biraanuu - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 14 ساعة
Walakkeessa ji'a Fulbaanaarraa kaasee lola taasifameen karaa " Ulaa Galaanaa Mitsuwaa meeshaan waraanaa biyya giddugaleessaaf ta'uu danda'u humnoota Tigraayiif dabarfame" booji'uu isaa Itaamaajir Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Itoophiyaa Fiild Maarshaal Biraanuu Juulaa himan.