Mooyyaleetti walitti bu'iinsi itti fufe, kumaatamni Keeniyaatti buqqa'an - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 17 ساعة
Walitti bu'iinsi magaalaa Mooyyale keessaa guyyaa lama dura eegale ammallee hin dhaabbanne. Jiraattonni BBC'n dubbise ammallee halkanii guyyaa dhukaasi hin dhaabbanne jedhu. Kuma kurnaniin immoo namni buqqa'aa jira.