Haleellaa Arsii, aanaa Shirkaatti 'daa'imman dabalatee namoota 40 ol galaafate' hanga ammaa kan beeknu - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 15 ساعة
Mootummaan Naannoo Oromiyaa, "humnoota Tsimdoo hojii diigumsa biyyaarratti bobba'antu haleellaa kanaa raawwate'' jechuun himate.