Walitti bu'iinsa Mooyyaleerratti qondaalonni Keeniyaafi Somaaliyaa waamicha taasisan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 14 ساعة
Gama aangawoota Itoophiyaa waa'ee walitti bu'iinsa kanaa ifatti dubbatamuudhaas baatu miseensonni parlaamaafi qondaalonni biyyoota ollaa garuu nagaan akka bu'u waamicha taasisaniiru.