Haleellaa diroonii Tigraay maagaalaa Raamatti gaggeeffameen yoo xiqqaate namoonni 12 ajjeefaman - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعة
Naannoo Tigraay maagaalaa Raamaa keessatti haleellaa diroonii gaggeeffameen yoo xiqqaate namoonni 12 ajjeefamanii heddu ammoo madaa'uu namoonni ijaan arganiifi hojjattoonni hospitaalaa BBCtti himan.