ABO'n 'weerara lafa 'daangaalee Oromiyarratti gaggeeffamaa jiru' jedhu balaaleffate - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 7 ساعات
Addi Bilisummaa Oromoo ''Godinoota Oromiyaa cufatti sadarkaa jechuun danda'amuun'' lolli daangaa Oromiyaa sarbuuf adeemaa akka jiru ibsuun tarkaanfii kanan balaaleffate. ''Weerarri babal'ifannaa lafaa daangaalee Oromiyaa adeemu karaa kamiinuu fudhatama hin qabu'' jedhe.