Sooriyaan loltoota gara Sa'uudii Arabiyaa erguuf - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يوم
Sooriyaan loltoota gara Sa'uudii Arabiyaa fi daangaatti bobbaasuun waraana biyyattiin hidhattoota Huutii waliin gaggeessaa jirtu irratti tumsuuf qophaa'uu maddeen dhimma kana itti dhiheenyaan beekan Asoosheetid Pireesitti himan.