Manneen Barnootaa Barattoota qormaata Kutaa 12ffaa hin dabarsine 700 ga’oomsuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame

fanabc.com
منذ يومين
Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Manneen Barnootaa Barattoota qormaata biyyaalessaa Kutaa 12ffaa hin dabarsine 700 ga’oomsuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise.Hojjettonni Ministeera Barnootaa raawwii karooraa baatiiwwan