Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Piroojektii Magaalaa Ammayyaa ‘Ismaartii Siitii’ Veetnaam magaalaa Hanooy daawwataniiru.Kunis hojii misooma magaalaa Itiyoophiyaaf qaama muuxannoo qoodachuu ta’uu ibsameera.D