Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa harka qalleeyyiif maaddii qoode

fanabc.com
منذ 23 ساعة
Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun kutaalee hawaasa harka qalleeyyii kuma 2 oliif maaddii qoodeera.Qaama miidhamtoota dabalatee kutaalee hawaasaa harka qalleeyyiif deeggarsa Lukkuu, Kille