Obbo Awwaluu Abdiin manneen jireenyaa lammiilee harka qalleeyyiif ijaaraman dabarsan

fanabc.com
منذ 15 ساعة
Finfinnee, Ebla 11, 2017(FMC) – Pireezidaantiin itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin ayyaana du’aa ka’uu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun magaalaa Mojootti manneen jireenyaa lammiilee harka qaleeyyiif ijaarame dabarsaniiru.Bul