Finfinnee, Ebla 12, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii soomaafi sagadaan dabarsan sooma hiiksisan.Sooma kan hiiksisnu akkaataa aadaa keenyaan namoonni biroo