Itiyoophiyaan miseensa mana maree dhaabbata Siiviil Aviiyeeshinii Idil Addunyaa ta’uun filatamuu hordofee gamtaan Afrikaa baga gammaddan jedhe

fanabc.com
منذ 8 ساعات
Finfinnee, Sadaasa 13, 2019 (FMC) -Itiyoophiyaan miseensa mana maree dhaabbata Siiviil Aviiyeeshinii Idil Addunyaa ta'uun filatamuu hordofee Gamtaan Afrikaa ergaa baga gammaddanii dabarseera.Yaa'ii Idilee 43ffaa Dhaabbata Siiviil Aviiyeeshinii Idil A