Tapha akkaan eegamu morkii Arsenaal Boruushiyaa Doortimand waliin taasisu

fanabc.com
منذ ساعتين
Finfinnee, Sadaasa 15, 2019 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaan har’aa eegaluun taphatamu.Galgala sa’aatii 2:45 eegalee Booddoo Giliimti – LASK, Gaalaatasaaray ammoo Astoon Viilaa waliin taphatu.Bara dorgommii kana taphoot