Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSGn xumuraaf darbe

fanabc.com
منذ 3 أيام
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Tapha deebii Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har'a taphatameen PSGn Arsenaal injifachuun xumuraaf darbe.PSGn dhaqaa gala galchii 3 fi 1n Arsenaal injifachuun falmii xumuraaf darbeera.#Oromia #Ethiopia