Finfinnee, Sadaasa 19, 2019 (FMC) – Ministirri Muumee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Bulchiinsa Imaanaa Mootummaa Federaalaa Naannoo Tigraayi waliin mari'ataniiru.Bulchiinsa Imaanaa Naannoo Tigraay waliin mari'achuun gamaaggama hordoffii taasifneerra jedha