Finfinnee, Caamsaa 16, 2017 (FMC) Itiyoophiyaan miseensa Mana Maree Ispoortii Loltummaa Idil Addunyaa 142ffaa ta’uun galmoofte.Caamsaa 11, 2017 irraa eegalee Siriilaankaatti Yaa’iin Waliigalaa 80ffaan Mana Maree Ispoortii Loltummaa Idil Addunyaa taa’