Gandoonni baadiyyaa 107 fayyadamoo elektirikaa ta’uun ibsame

fanabc.com
منذ 10 ساعات
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa baatiiwwan saglan darbanitti gandoonni baadiyyaa 107 fayyadamoo elektirikaa ta'uu beeksise.Tajaajilamtoonni haaraan kuma 300 fi kuma 56 fi 935 fayyadamoo tajaajila elektirikaa ta'