Itiyoophiyaan tattaaffii milkaa’ina ajandaalee ardichaaf taasistu cimsitee akka itti fuftu beeksiste

fanabc.com
منذ 10 ساعات
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Galmoonni Afrikaan gama hundaan of danda’uuf qabatte akka milkaa’aniif tumsi biyyoota ardichaa barbaachisaa ta’uu Ministir Daataan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Hadaraa Abarraan ibsan.Guyyaan hundeeffama Dhaab