Finfinnee, Caamsaa 24, 2017 (FMC) - Dorgommiin Shaampiyoonaa Atileetiksii Itiyoophiyaa umrii waggaa 18 fi 20 gadii guyyoota torbaaf geggeeffamaa ture mo’attummaa Waliigalaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa fi Akkaadaamii Ispoortii Itiyoophiyaan xumurame