Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC)- Daldaltoota ciccimoo biyyaaf humna ta'an baay'inaan horachuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Daldalaa Oromiyaa.Waltajjiin marii daldaltoota waliin magaalaa Finfinneetti taa'ameera.Kaayyoon waltajjichaa hudhaalee hoji