Maatiyaas Kuunhaa Maanchistar Yuunaayitidiif mallatteesse

fanabc.com
منذ يومين
Finfinnee, Caamsaa 24, 2017(FMC) – Maanchistar Yuunaayitid taphataa sarara fuulduraa Biraazil Maatiyaas Kuunhaa  kilaba Woolvis irraa mallatteessisuu ifoomse.Taphatichi garicha waliin waliigaltee kontiraataa waggaa shanii hanga bara 2030’tti isa turs