Giincitti Manni Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Birrii miiliyoona 46’n ijaaramu eegale

fanabc.com
منذ يوم
Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC )-Godina Shawaa Lixaa Magaalaa Giincitti Manni Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Birrii miiliyoona 46’n ijaaramu eegale.Manni barumsichaa deeggarsa Dhaabbata Miti Mootummaa irraa argameen kan ijaaramu ta’uu hogganaa itti aanaan